Quality Policy

Home Quality Policy

Quality Policy (የጥራት መመሪያ)

Fuula gaarii dhaabbata keenyaa bifa barbaachisuun ulaagaa idil-Addunyaa fi biyya keessaa kan guutee fi fedhii maamilootaatiin olitti oomisha sibiilaa qulqullina olaanaa qabu oomishuuf kutataa ta’uun h/gaggeessitootaa fi hojjataan tokkoon tokkoon adeemsa hojii armaan gaditti tarraa’an hojiirraa oolchuuf ni ifaaja.

  1. Leenjii itti fufiinsa qabu keennuu fi gulantaa hojii dhaabbatichaa hundarratti fooyya’iinsa fiduudhaan gufuuwwan oomishaa sadarkaa zeeroo irraan gahuuf oomisha qulqullina qabu oomisha irratti xiyyeeffachuun aadaa hoji jijjiiruu.
  2. Mamiloonni qulqullina oomisha keenyaa ilaalchisee yaada isaanii yeroo sirriitti akka kennan ni jajjabeessina. Kanas namoota birootiif qooduudhaan qulqullina oomishaarratti hubannoo ni uumna.
  3. Filannoo meeshaa dheedhii irratti xiyyeeffannoo olaanaa kennuu fi dhiyeessitoota waliin walitti dhufeenya cimaa uumuudhaan meeshaa dheedhii qulqullina isaa eeggate fayyadamuudhaan oomisha qulqullina isaa eeggate ni oomishna.
  4. I/Gaafatamummaa qulqullina oomishaa hojjattoota hundarratti, abbootii taayitaa sadarkaa biyyoolessaa akkasumas qaamolee dhimmi ilaallatu biro waliin gama sadarkaa fooyyeessuutiin barumsaa fi leenjii akkasumas hordoffii fi walitti dhufeenya bu’aa qabeessa ni jajjabeessina.
  5. Murtii keenya hundarratti itti gaafatamummaa qulqullina oomishaa keenya agarssisuudhaan duudhaawwan maqaa gaarii fi kabaja keenyaa ni guddisna.
  6. Walin hojjachuu fi tokko kan biroo gargaaruudhaan kaayyoo qulqullina oomisha eegnuuf murteessa ta’uu isaatiin bu’aa qabeessummaadhaaf h/gaggeessaa barbaachisaa kennuu fi madaallii qulqullinaa waggaa ni taasisna jijjiiramas hojjattootaa fi qaamolee ilaallatuuf akka beekan ni taasisna.
  7. Qulqullina oomishaa fi kenniinsa tajaajilaa keenya irratti taateewwan gufuu fiduu danda’an adda baasuudhaan maamiloota keenya bira gahuusaatiin dura ofeeggannoo fi sirreeffama ariifachiisaa ni fudhanna.

 

የድርጅታችንን መልካም ገጽታ በሚገባ መልክ ዓለም አቀፍና የሀገር ውስጥ መስፈርቶችን ያሟላና ከደንበኞች ፍላጎት በላይ የላቀ ከፍተኛ ጥራት ያለው የብረት ምርት ለማምረት ቁርጠኞች በመሆን የስራ አመራሩና ሰራተኛው በያንዳንዱ የስራ ሂደት ከታች የተዘረዘሩ መርሆችን ለመተግበር ይተጋል፡፡

  1. ቀጣይነት ያለው ስልጠና በመስጠትና በሁሉም የድርጅቱ የስራ እርከኖች ላይ መሻሻል በማምጣት የምርት እንከኖችን ዜሮ ደረጃ ላይ ለማድረስ ጥራት ያለው ምርት ማምረት ላይ በማተኮር የስራ ባህልን መቀየር፡፡
  2. ደንበኞች የምርታችንን ጥራት በተመለከተ በትክክለኛው ጊዜ አስተያየቶቻቸውን እንዲሰጡን እናበረታታለን፡፡ ይህንኑም ለሌሎች በማካፈል በምርት ጥራት ዙሪያ ግንዛቤ እንፈጥራለን፡፡
  3. በግብዓት ጥሬ ዕቃ መረጣ ላይ ከፍተኛ ትኩረት በመስጠትና ከአቅራቢዎች ጋር ጠንካራ ግንኙነት በመፍጠር ጥራቱን በጠበቀ ጥሬ ዕቃ በመጠቀም ጥራቱን የጠበቀ ምርት እናመርታለን፡፡
  4. የምርት ጥራት ኃላፊነትን በሁሉም ሠራተኞች፤ በብሄራዊ የደረጃዎች ባለስልጣን እንዲሁም ከሌሎች ከሚመለከታቸው ባለ ድርሻ አካላት ጋር በደረጃ ማሻሻያ ዙሪያ ትምህርትና ስልጠና እንዲሁም ክትትልና ውጤታማ ግንኙነትን እናበረታታለን፡፡
  5. በውሳኔዎቻችን ሁሉ የምርት ጥራት ኃላፊነታችንን በማሳየት የጥሩ ስማችንንና ክብራችንን ዕሴቶች እናጎለብታለን፡፡
  6. በጋራ መስራትና አንዱ ሌላውን ማገዝ ለምንጠብቀው የምርት ጥራት ግባችን ወሳኝ በመሆኑ ለውጤታማነቱ አስፈላጊውን የስራ አመራር መስጠትና ዓመታዊ የጥራት ግምገማ እናደርጋለን፡፡ ለውጡንም ለሠራተኞችና ለሚመለከታቸው ባለድርሻ አካላት እንዲያውቁት እናደርጋለን፡፡
  7. የምርትና የአገልግሎት ጥራት አሰጣጣችን ላይ እንከን ሊያስከትሉ የሚችሉ ክስተቶችን በመለየት ደንበኞቻችን ዘንድ ከመድረሱ በፊት ቅድመ ጥንቃቄና አስቸኳይ እርምት እንወስዳለን፡፡

We are committed to produce the higher standard steel products and build our image in the areas in which we are operating through complying international and national standards. Our management staff and employees in each process are committed to the following principles so that we can exceed our customers’ requirements in the construction standards.

  1. Developing a working culture that emphasizes on quality and minimizing defects to zero level through providing continuous learning and improvement working environment at all levels of the company.
  2. We encourage our customers to provide feedback at the right time regarding quality of our products and continuously work on disseminating the same to create awareness on quality developments on steel products quality.
  3. We give emphasis to raw material selection and develop strong relationship with our suppliers to produce the best steel products from preferred raw materials.
  4. We encourage participation and promotion of quality responsibilities amongst all employees, national standardization agencies and other third parties through improving standards, education, training and coaching, supervision and effective communication.
  5. In all our decision, we shall act responsibility to address product quality issues and build the value of our good name and reputation.
  6. We work on team and support everyone is vital for achieving our quality objectives. In this context, we are committed to provide the required leadership, management and resources. We shall ensure that Quality Policy is reviewed annually and communicated to all employees and third parties.
  7. We shall give priority to identify those risks that affect the quality of our products & services and take preventive and corrective action right away before their impact reach to customers.